Thu Dec 16 2021 17:53:07 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-16 17:53:07 +03:00
parent 5b04fdb8ea
commit c0afe36da5
2 changed files with 2 additions and 0 deletions

1
09/30.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 30 Namichis deebise akkana isaaniin jedhe 'Inni eessaa akka dhufe beekuu dhabuun keessan waan nama dinqu dha, kan ija kiyya naaf bane garuu isaa. \v 31 nama Isa waaqeffatuufi nama fedhii Isaa hojjatu malee, akka isaan cubbamoota hin dhageenye ni beekna.

1
09/32.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 32 \v 33 \v 34 . 32Eenyullee ija nama isa jaamaa ta'ee dhalate tokko akka bane uumama addunyaarraa jalqabee dhagaaye hin beeknu. 33Namni kun otoo Waaqa biraa dhufuu baatee homaa gochuu hin danda'u. 34Isaanis akkana jechuun deebisaniif 'ati kan dhalatte gonkumaa cubbudhaan, situ nu barsiisaa' jedhanii gad isa baasan.