From c0afe36da52c421b82bbd516d53228b8a30130f1 Mon Sep 17 00:00:00 2001 From: Dawit-Dessie Date: Thu, 16 Dec 2021 17:53:07 +0300 Subject: [PATCH] Thu Dec 16 2021 17:53:07 GMT+0300 (E. Africa Standard Time) --- 09/30.txt | 1 + 09/32.txt | 1 + 2 files changed, 2 insertions(+) create mode 100644 09/30.txt create mode 100644 09/32.txt diff --git a/09/30.txt b/09/30.txt new file mode 100644 index 0000000..e405581 --- /dev/null +++ b/09/30.txt @@ -0,0 +1 @@ +\v 30 Namichis deebise akkana isaaniin jedhe 'Inni eessaa akka dhufe beekuu dhabuun keessan waan nama dinqu dha, kan ija kiyya naaf bane garuu isaa. \v 31 nama Isa waaqeffatuufi nama fedhii Isaa hojjatu malee, akka isaan cubbamoota hin dhageenye ni beekna. \ No newline at end of file diff --git a/09/32.txt b/09/32.txt new file mode 100644 index 0000000..8bb22c8 --- /dev/null +++ b/09/32.txt @@ -0,0 +1 @@ +\v 32 \v 33 \v 34 . 32Eenyullee ija nama isa jaamaa ta'ee dhalate tokko akka bane uumama addunyaarraa jalqabee dhagaaye hin beeknu. 33Namni kun otoo Waaqa biraa dhufuu baatee homaa gochuu hin danda'u. 34Isaanis akkana jechuun deebisaniif 'ati kan dhalatte gonkumaa cubbudhaan, situ nu barsiisaa' jedhanii gad isa baasan. \ No newline at end of file