Thu Dec 16 2021 11:09:53 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-16 11:09:53 +03:00
parent 79389a1507
commit bbde4611e7
4 changed files with 6 additions and 1 deletions

1
07/21.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 21 Iyyasuusis deebisee akkana isaanii jedhe 'Ani hojii tokkon hajjannaan hundi keessan diniqfattan. \v 22 Museen seera kiittaanaa isiniif kenne (sun garuu abbootarraayyi malee Museerraa miti.) Isinis guyyaa sanbataa nama kittaantu.

1
07/23.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 23 Akkanum seera Musee isa hin cabnee sana erga namni tokko guyyaa sanbataatillee kiitaanamuu danda'e, isin maaliif yoodhan ani guyyaa sanbataatiin nafa namaa guutuu fayyisuuf jettanii maliif natti dallantu. \v 24 Murtii qajeelaa kennaa malee; bifa ilaaluun hin murteesiina.'

1
07/25.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 25 7 Namootni muraasni Iyyarusaaleemii akkana jedhan 'Inni kun nama isaan ajjeesuuf barbaadanii dha miti?' \v 26 Kinoo inni addabaayitti dubbata, isaaniis homaa isaan hin jenne. Abboonii seeraas bakka inni Kirisoos ta'e nuti ni beekniiruu laata? \v 27Ta'uus namni nama eessaa akka ta'e nuti ni beekna. Yammuu Kiristoos dhufu garuu inni eessaa akka dhufu namni tokkollee hin beeku.

View File

@ -161,6 +161,8 @@
"07-10",
"07-12",
"07-14",
"07-17"
"07-17",
"07-21",
"07-23"
]
}