Thu Dec 16 2021 11:07:53 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-16 11:07:53 +03:00
parent ceb587e3bd
commit 79389a1507
4 changed files with 6 additions and 2 deletions

View File

@ -1 +1 @@
\v 16 \v 14 Yammu ayyanichi gara walkaa ta'u, Iyyasuus mana qulqullina seenuun barsiisuu jalqabe. \v 15 6 Yihuudootnis, dinqiffachuun 'namni kun akkamitti otoo hin baratiin beekumsa akkanaa qabaate?' jedhan. Iyyasuusis akkana jechuun deebiseef 'barsiisni koo kan isa na ergeetti malee kootii miti.
\v 14 Yammu ayyanichi gara walkaa ta'u, Iyyasuus mana qulqullina seenuun barsiisuu jalqabe. \v 15 dinqiffachuun 'namni kun akkamitti otoo hin baratiin beekumsa akkanaa qabaate?' jedhan. \v 16 Iyyasuusis akkana jechuun deebiseef 'barsiisni koo kan isa na ergeetti malee kootii miti.

1
07/17.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 17 Namni feedhii Waaqayyoo raawwachuu barbaadu hundi waa'e barsiisni kun Waaqayyoo biraa dhufuu fi yookin ani ofuma koottiin irraa ta'uu ni beeka. \v 18 Namni ofumarraa dubbatu kamiyyuu inni ofuma isaatii ulfina barbaada, namni ulfina isa erge sanaa barbaada, namni sunis dhugaa dha, sobni isa keessa hin jiru.

1
07/19.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 19 Museen seera isinii kenneerra miti? Garuu isin keessaa namni seera san eegu hin jiru. Isin maaliifI na ajjesuu barbaaddu? \v 20 Namoonnis deebisanii 'jinniituu si keessa jiraa eenyutuu si ajjeessuu barbaada' jedhaniin.

View File

@ -159,6 +159,8 @@
"07-05",
"07-08",
"07-10",
"07-12"
"07-12",
"07-14",
"07-17"
]
}