Thu Dec 16 2021 10:49:53 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-16 10:49:53 +03:00
parent 47787f02e3
commit b128532c8d
3 changed files with 5 additions and 2 deletions

View File

@ -1 +1 @@
\v 43 \v 44 \v 45 Iyyasuus deebiseeti akkan jedheen 'Walitti gungumuu dhaabaa. 44Abbaan na erge yoo harkise malee namni kamiyyuu gara koo dhufuu hin danda'u, anis gaaf guyyaa dhumaa nan isa kaasa. 45Akka raajota keessatti barreefametti hundi warra Waaqayyorraa baratan ni ta'u' jedhameera. Kan Abbaarraa dhaga'eefi kan isarra baratee hundi gara koo ni dhufa.
\v 43 Iyyasuus deebiseeti akkan jedheen 'Walitti gungumuu dhaabaa. \v 44 Abbaan na erge yoo harkise malee namni kamiyyuu gara koo dhufuu hin danda'u, anis gaaf guyyaa dhumaa nan isa kaasa. \v 45 Akka raajota keessatti barreefametti hundi warra Waaqayyorraa baratan ni ta'u' jedhameera. Kan Abbaarraa dhaga'eefi kan isarra baratee hundi gara koo ni dhufa.

1
06/46.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 46 Isa Waaqayyo biraa dhufe sana malee namni kamiyyuu Abbaa hin argine. Isa qofatuu Abbaa arge. \v 47 Dhugaa, dhugaa kan amanu hundi jireenya barabaraa qaba.

View File

@ -140,6 +140,8 @@
"06-32",
"06-35",
"06-38",
"06-41"
"06-41",
"06-43",
"06-46"
]
}