Thu Dec 16 2021 10:47:53 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-16 10:47:53 +03:00
parent 0ff9a8a3ac
commit 47787f02e3
4 changed files with 7 additions and 1 deletions

1
06/38.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 38 Ani kaniin samii irraa gad dhufeef fedhii koo raawwachuuf otoo hin ta'iin fedhii isa na ergee raawwachhuu dhaafi. \v 39 Fedhiin isa na ergees bakkan ani warra inni natti kenne hundi tokkolle otoo na jalaa hin badiin gaaf guyyaa dhumaa akkan kaasuufii dha. \v 40 Fedhiin Abbaa kootii akka namni Ilma argee isatti amanu hundi jireenya barabaraa qabaatuufii dha, anis gaaf guyyaa dhumaa isa nan kaasa.

1
06/41.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 41 Kanaafuu Yihuudootni sababa inni 'ani biddeena samii irraa gad bu'ee dha.' jedheef guunguman. \v 42 Isaaniis 'kun Iyyasuus ilma Yooseef miti, isa abbaafi haadha isaa beeknu sana? Yoos akkamittin 'ani samii irraan gad bu'e' nuun jedharee amma' jedhan.

1
06/43.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 43 \v 44 \v 45 Iyyasuus deebiseeti akkan jedheen 'Walitti gungumuu dhaabaa. 44Abbaan na erge yoo harkise malee namni kamiyyuu gara koo dhufuu hin danda'u, anis gaaf guyyaa dhumaa nan isa kaasa. 45Akka raajota keessatti barreefametti hundi warra Waaqayyorraa baratan ni ta'u' jedhameera. Kan Abbaarraa dhaga'eefi kan isarra baratee hundi gara koo ni dhufa.

View File

@ -137,6 +137,9 @@
"06-26",
"06-28",
"06-30",
"06-32"
"06-32",
"06-35",
"06-38",
"06-41"
]
}