Thu Dec 16 2021 16:33:52 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-16 16:33:52 +03:00
parent 233347defc
commit a4b2d02564
3 changed files with 4 additions and 1 deletions

1
09/24.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 24 Isaanis yeroo lammaffaf nama jaamaa ture sana waamanii 'Waaqayyoof ulfina kenni. Nuti namni kun cubbbamaa ta'u isaa ni beeknaa' jedhaniin. \v 25 Namni sunis deebisee 'Ani inni cubbamaa ta'u isaa hin beeku. Waantii beeku tokko ani jaamaan ture, amma garuu nan arga' jedheen.

1
09/26.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 26 Isaanis 'maal sii godhe? akkamitti ija kee bane? jedhaniin. \v 27 Innis 'Ani mee isinitti himeen jiraa, isinimmoo hin dhageenyee, amma maaliff deebiftanii dhaga'uu barbaadu? Hordoftoota isaa ta'uufis hin barbaadani moo, barbaaduu? jedheen. 28Isaanis akkana jechuun isa deebisan 'Ati hordofaa isaati, nuti garuu hordoftoota Museeti. \v 289Nuti akka Waaqayyo Museetti dubbate ni beekna, namni kun eessaa akka dhufe garuu hin beeknu.

View File

@ -217,6 +217,7 @@
"09-13",
"09-16",
"09-19",
"09-22"
"09-22",
"09-24"
]
}