Thu Dec 16 2021 16:31:52 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-16 16:31:52 +03:00
parent 51b6244f46
commit 233347defc
3 changed files with 5 additions and 2 deletions

View File

@ -1 +1 @@
\v 19 Isaanis 'inni kun ilma keessan isa isin jaamaa ta'eet dhalate jettan sanaadha? Yoos amma akkamitti arguu danda'eree?'jedhanii gaafatan. 20Kanaafuu abbaa fi haatii isaa 'Akka inni ilma keenya ta'e fi akka jaamaa ta'ee dhalates ni beekna. 21Garuu amma akkamitti akka arguu danda'eefi eenyu ija isa akka baneef, nuti hin beeknu, Inni nama ga'eessa waan ta'eef isa gaafadha, inni waa'ee ofiisaatii dubbachuu ni danda'a.' jedhanii deebisaniif.
\v 19 Isaanis 'inni kun ilma keessan isa isin jaamaa ta'eet dhalate jettan sanaadha? Yoos amma akkamitti arguu danda'eree?'jedhanii gaafatan. \v 20 Kanaafuu abbaa fi haatii isaa 'Akka inni ilma keenya ta'e fi akka jaamaa ta'ee dhalates ni beekna. \v 21 Garuu amma akkamitti akka arguu danda'eefi eenyu ija isa akka baneef, nuti hin beeknu, Inni nama ga'eessa waan ta'eef isa gaafadha, inni waa'ee ofiisaatii dubbachuu ni danda'a.' jedhanii deebisaniif.

1
09/22.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 22 Abbafi Haatii isaa waantota kana kan jedhaniif sabba Yihuudota sofaataniifi. Namni kamiyyuu Iyyasuus inni Masiihii dha jedhee yoo dubbate akka mana sagadaatii ari'atamu Yihuudotni duraan dursanii waan murteessaniidhaafi. \v 23 Kanaafu abbaa fi haati isaa inni nama ga'eessa isuma gaafadhaa jedhan.

View File

@ -215,6 +215,8 @@
"09-08",
"09-10",
"09-13",
"09-16"
"09-16",
"09-19",
"09-22"
]
}