diff --git a/09/19.txt b/09/19.txt index 597d327..40a872d 100644 --- a/09/19.txt +++ b/09/19.txt @@ -1 +1 @@ -\v 19 Isaanis 'inni kun ilma keessan isa isin jaamaa ta'eet dhalate jettan sanaadha? Yoos amma akkamitti arguu danda'eree?'jedhanii gaafatan. 20Kanaafuu abbaa fi haatii isaa 'Akka inni ilma keenya ta'e fi akka jaamaa ta'ee dhalates ni beekna. 21Garuu amma akkamitti akka arguu danda'eefi eenyu ija isa akka baneef, nuti hin beeknu, Inni nama ga'eessa waan ta'eef isa gaafadha, inni waa'ee ofiisaatii dubbachuu ni danda'a.' jedhanii deebisaniif. \ No newline at end of file +\v 19 Isaanis 'inni kun ilma keessan isa isin jaamaa ta'eet dhalate jettan sanaadha? Yoos amma akkamitti arguu danda'eree?'jedhanii gaafatan. \v 20 Kanaafuu abbaa fi haatii isaa 'Akka inni ilma keenya ta'e fi akka jaamaa ta'ee dhalates ni beekna. \v 21 Garuu amma akkamitti akka arguu danda'eefi eenyu ija isa akka baneef, nuti hin beeknu, Inni nama ga'eessa waan ta'eef isa gaafadha, inni waa'ee ofiisaatii dubbachuu ni danda'a.' jedhanii deebisaniif. \ No newline at end of file diff --git a/09/22.txt b/09/22.txt new file mode 100644 index 0000000..6996e88 --- /dev/null +++ b/09/22.txt @@ -0,0 +1 @@ +\v 22 Abbafi Haatii isaa waantota kana kan jedhaniif sabba Yihuudota sofaataniifi. Namni kamiyyuu Iyyasuus inni Masiihii dha jedhee yoo dubbate akka mana sagadaatii ari'atamu Yihuudotni duraan dursanii waan murteessaniidhaafi. \v 23 Kanaafu abbaa fi haati isaa inni nama ga'eessa isuma gaafadhaa jedhan. \ No newline at end of file diff --git a/manifest.json b/manifest.json index d3ee663..8f45575 100644 --- a/manifest.json +++ b/manifest.json @@ -215,6 +215,8 @@ "09-08", "09-10", "09-13", - "09-16" + "09-16", + "09-19", + "09-22" ] } \ No newline at end of file