Thu Dec 16 2021 21:37:22 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)
This commit is contained in:
parent
45f1299ab0
commit
a18ee4350b
|
@ -0,0 +1 @@
|
|||
\v 8 Hordoftootni isaas 'Rabbii |barsiisa| Yihuudootni dhiyeenya kana dhagaadhaan si dha'uu yaalaa jiran, ati achuma deebitee deemtaa' jedhaniin. \v 9 isaanii 'guyyaan tokko keessa sa'aatii kudha lama ifa ta'a miti? jedhee deebiseef. Namni guyyaan deemu waan ifa aduunyaa kanaatiin arguufi hin gufatu.
|
|
@ -0,0 +1 @@
|
|||
\v 10 Maalumaa haa ta'uu, inni halkaniin deema yoo ta'e, ni gufatu, sababa ifti isa keessa hin jirreefi dha.' \v 11 Innis waantota kana dubbatee, itti fufuunis 'Jaalalleen keenya Alaazaar rafeera, ani garuu achin deema yoos rafaatiirraan isa kaasa.'
|
|
@ -0,0 +1 @@
|
|||
\v 12 12Hordooftootni isaas 'Gooftaa, innibrafee jira taanan ni dandamata' jedhaniin \v 13 13Iyyasuus kan dubbatee waa'ee rafiitii hiirribaa dubbate itti fakkaate. \v 14 14Kanaafuu Iyyasuus ifa baasuun akkana isaaniin jedhe 'Alaazaar du'eera.'
|
|
@ -240,6 +240,8 @@
|
|||
"11-title",
|
||||
"11-01",
|
||||
"11-03",
|
||||
"11-05"
|
||||
"11-05",
|
||||
"11-08",
|
||||
"11-10"
|
||||
]
|
||||
}
|
Loading…
Reference in New Issue