Thu Dec 16 2021 21:35:22 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-16 21:35:23 +03:00
parent 2423bad989
commit 45f1299ab0
4 changed files with 7 additions and 1 deletions

1
11/01.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\c 11 \v 1 Amma namni maqaan isaa Alaazaar jedhamu ni dhukkubsate. Bakki dhaloota isaa Bitaaniyaa ganda Maariyaamii fi Obboleetti ishii Maartaa ture. \v 2 Maariyaam ishii urgooftuu Gooftaa irratti gad-naqxee miila isaas rifeensa mataa ishiitiin haaxoofte, ishuma obbolleessi ishii dhukkubsatee dha.

1
11/03.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 3 Kanaaf obboleettoni isaa 'yaa Gooftaa namni ati jaalatu suun kunoo dhukkubsataa jira' jedhanii Iyyasuusitti ergan. \v 4 Iyyasuus yammuu waan kana dhaga'eet 'dhukkubni kunbakka Ilma Waaqayyoo ittiin ulfaatuufi ulfina Waaqayyootiif dhufe malee du'aaf miti' jedhe.

1
11/05.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 5 Iyyasuus Maartaa fi Obboleetti ishii, Alaazaris ni jaalata ture. \v 6 Innis gaaf akka Alaazaar dhukkubsate dhaga'ee jalqabee guyyota lama bakkuma sana ture. \v 7 Waan kanaan booda innis hordoftoota saatiin 'gara Yihuudaatti deebinee haa deemnu' jedheen.

View File

@ -237,6 +237,9 @@
"10-34",
"10-37",
"10-40",
"11-title"
"11-title",
"11-01",
"11-03",
"11-05"
]
}