Thu Dec 16 2021 10:57:53 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-16 10:57:53 +03:00
parent 6c89f30bfd
commit 9f4ae47e15
3 changed files with 4 additions and 1 deletions

1
06/66.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 66 Sababa kanaaf hordoftoota isaa keessaa baay'een gara dubatti deebi'an, kana boodas isa waliin hin deemne. \v 67 Akkasumaan Iyyasuus warra kudha lamaatiin 'Isiniis deemuu barbaaduu?' jedheen. \v 68 Simi'oon Pheexiroosis akkana jechuun deebiseef 'yaa Gooftaa gara eenyuu deemnaa? ati dubbii jireenya barabaraa qabda. \v 69 Nuti akka ati Qulqullu kan Waaqayyoo taate ni amanne, ni beeknas.

1
06/70.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 70 \v 71 Iyyasuusiis akkana isaaniin jedhe.' Ani kudha lamaan keessanuu kanin isin filadhe mitii? Isin keessaa garu tokko Dabiloos.' 71Innis amma waa'ee Yihuudaa ilma Simi'oon Asqoroo dubbata ture, innis warra kudha lamaan keessa tokko isa Iyyasuus dabarsee kennuuf jiru.

View File

@ -150,6 +150,7 @@
"06-57",
"06-60",
"06-62",
"06-64"
"06-64",
"06-66"
]
}