Thu Dec 16 2021 10:55:53 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-16 10:55:53 +03:00
parent d1fcc150c0
commit 6c89f30bfd
4 changed files with 7 additions and 1 deletions

1
06/60.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 60 Hordoftoota isaa keessaa baay'een yammuu waan kana dhaga'an akkana jedhan 'barnoonni kun cimaadha, eenyutuu dhaga'uu danda'a? \v 61 Iyyasuus sababa ofuma isaa keessatti akka hordoftootni isaa waan kana irratti guunguman beekeef akkan isaaniin jedhe 'kun isin dallansiisaa?'

1
06/62.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 62 Yoos yammuu Ilmi Namaa bakka duri turetti ol-ba'uu argitan maal taaturee?' \v 63 Inni jireenya kennu Hafuura; foon omaa faayidaa hin qabu. Dubbiin ani isinitti dubbadhu Hafuura, jireenyas.

1
06/64.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 64 Haa ta'u malee, isiin keessaa kanneen hin amaniin tokko tokko ni jiru.' Iyyasuus jalqabumarraa kaasee isaan keessaa eenyu akka hin amanneefi eenyu akka dabarsee isa kennu ni beeka ture. \v 65 Innis akkana jedhe 'sababiin ani yoo Abbaa biraa isaaf kenname malee namni tokkollee gara kootti hin danda'u isiniin jedhee ture kanuma.'

View File

@ -147,6 +147,9 @@
"06-50",
"06-52",
"06-54",
"06-57"
"06-57",
"06-60",
"06-62",
"06-64"
]
}