Thu Dec 16 2021 22:53:23 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-16 22:53:23 +03:00
parent 2423eb1a1f
commit 936dd3bb27
4 changed files with 6 additions and 1 deletions

1
16/12.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 12 ammallee waantiin isinitti himu baay'een qaba, isin garuu amma baachuu hin dandeessan. \v 13 Garuu inni, Hafuurri dhugaa yammuu dhufu, inni gara dhugaa hundatti isin qajeelcha, inni waan dhaga'ee hunda hima malee ofuma isaatiin hin dubbatu, waan dhufuuf jitu isinitti hima. \v 14 Sababa inni waanuma koo anarraa fudhee waan isinitti himu inni na ulfeessa.

1
16/15.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 15 Waanti Abbaan qabu sun hundinuu kootuma. Kanaafuu Hafuura waan kan koo ta'ee anarraa fuudhee isinitti hima kanin isiniin jedhe sanadha. \v 16 yeroo gababaaf ana hin argitan, yeroo gabaabaan boodatti immo na argitu.

1
16/17.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
17Kanaafuu hordoftoota isaa keessaa muraasin 'Isin yeroo gabaabaaf na hin argitan, yeroo gabaabaan booda immoo na argitus sababan ani gara Abbaa deemuuf jechuun isaa maal jechuu isaati? Waliin jedhan. 18Kanaafuu isaanis 'yeroo gabaabaa jechuun isaa kun maal jechuu dha? Maal jechuu isaa akka ta'e nuti hin beeknu' jedhan.

View File

@ -327,6 +327,8 @@
"16-01",
"16-03",
"16-05",
"16-08"
"16-08",
"16-12",
"16-15"
]
}