Thu Dec 16 2021 23:21:23 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-16 23:21:23 +03:00
parent d56612a526
commit 8b2749fa5f
4 changed files with 7 additions and 2 deletions

View File

@ -1 +1 @@
\v 28 Yihuudonnis mana Qayyaaffaatti Iyyasuus fuudhanii gara biroo ol-aanaa bulchaa mootummaa warra Roomaatti geessan, yeroon isaas ganama barii ture. Yihuudotnis akka hin xuroofneef jedhanii gara biroo ol-aanaa bulchiinsa mootumaatti ol-hin seenne. Kunis akka Faasigaan nyaachuu danda'aniifi. \v 29 Kanaaf Philaaxoos gara isaanitti gadi ba'ee, 'himanni isin nama kana irratti dhiyeessitan maal dha? jedhee gaafate. \v 30 30Isaanis 'otoo namni kun yakka hojjachuu baatee nut isa dabarsinee sitti hin kennini ture' jedhanii deebisaniif.
\v 28 Yihuudonnis mana Qayyaaffaatti Iyyasuus fuudhanii gara biroo ol-aanaa bulchaa mootummaa warra Roomaatti geessan, yeroon isaas ganama barii ture. Yihuudotnis akka hin xuroofneef jedhanii gara biroo ol-aanaa bulchiinsa mootumaatti ol-hin seenne. Kunis akka Faasigaan nyaachuu danda'aniifi. \v 29 Kanaaf Philaaxoos gara isaanitti gadi ba'ee, 'himanni isin nama kana irratti dhiyeessitan maal dha? jedhee gaafate. \v 30 Isaanis 'otoo namni kun yakka hojjachuu baatee nut isa dabarsinee sitti hin kennini ture' jedhanii deebisaniif.

1
18/31.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 31 Philaaxoosis, 'isin ofuma keessanii isa fuudhaatti akka seera keessaniitti itti murteessaa' jedheen. Yihuudotnis 'nama tokolleee ajjesuun nuuf hin eyyamamu' jedhaniin. \v 32 Kunis waantii Iyyasuus du'a akkamiitiin akka du'u agarsiisuuf jedhee dubbate sun akka raawwatamuuf ta'e.

1
18/33.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 33 Philaaxoosis deebi'ee gara biroo ol-aanaa bulchiinsa mootummaa seenee, Iyyasuus ofitti gaafate. \v 34 Iyasuusis 'kun yaaduma keeti moo, namoota biraatuu waa'ee koo sitti hime?' jedhee gaafate. \v 35 Philaaxoosis deebisee 'natuu Yihuudii dhaa ree?' kan dabarsee natti si kenne sabuma keetiifi luboota angaafoota, ati garuu maal balleesitee?' jedheen.

View File

@ -360,6 +360,9 @@
"18-17",
"18-19",
"18-22",
"18-25"
"18-25",
"18-28",
"18-31",
"18-33"
]
}