Thu Dec 16 2021 23:53:23 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-16 23:53:23 +03:00
parent 45a212e55d
commit 4830abe4d1
4 changed files with 6 additions and 2 deletions

View File

@ -1 +1 @@
\c 21 \v 1 Wantoota kanaan booda Iyyasuus ammas galaana Xibriiyaadoos biratti hordoftoota isaatti muldhate, haalli inni itti of-muldhises akkana ture. \v 2Simi'oon Pheexiroos, Toomaas inni Didiimoos jedhamu, Naatinaa'eel inni nama Qaana Galiilaa, ijoolleen Zabdiyoositti fi hordoftootni biroi lama wal-bira turan. \v 3Simi'oon Pheexiroosis 'ani qurxummi kiyyesuufin deema' isaaniin jedhe, isaanis 'nutis si waliin deemna' jedhaniin. Isaanis deemanii bidiruu keessa seenan halkan guutuus homa hin qabne.
\c 21 \v 1 Wantoota kanaan booda Iyyasuus ammas galaana Xibriiyaadoos biratti hordoftoota isaatti muldhate, haalli inni itti of-muldhises akkana ture. \v 2 Pheexiroos, Toomaas inni Didiimoos jedhamu, Naatinaa'eel inni nama Qaana Galiilaa, ijoolleen Zabdiyoositti fi hordoftootni biroi lama wal-bira turan. \v 3 Pheexiroosis 'ani qurxummi kiyyesuufin deema' isaaniin jedhe, isaanis 'nutis si waliin deemna' jedhaniin. Isaanis deemanii bidiruu keessa seenan halkan guutuus homa hin qabne.

1
21/04.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 4 ganama baariidhaan Iyyasuus galaana qarqara dhaabate ture garuu hordooftootni isaa inni Iyyasuus ta'uu isaa hin beekne ture. \v 5 Iyaasuusis 'Ijjollee waan nyaatamu wayii qabduu? isaanin jedhe. Isaanis 'hin qabnu' jedhanii deebisan. \v 6 Innis 'kaachoo keessan bidiruudhaa gara mirgaatti gad -dabaadhaatiin ni argattuu' jedheen. Kanaafuu isaanis kaachii isaanii gad-darbatanii sababa baayiina qurxummiitif kaachoo sana keessatti harkisuu dadhaban.

1
21/07.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
7Hordofaan inni Iyyasuus jaalatuuyyu sun 'Inni Gooftaa dha' jedhee Pheexiroositti hime, Simi'oon Pheexiroosis immo 'Inni Gooftaa dha' jechuu isaa dhaga'ee (qullaa isaa waan tureef), uffata (huccuu) isaa marxifatee galaanatti gad- utaale. 8Hordoftootni isaan kaanis gara bidruutti dhufan (isaanis lafa qarara galaana irraa baay'ee fagoo hin turre, fageenyii isaas gara ciqilee dhibba lamaati), isaanis kaachoo qurxummii dhaan guutame sana harkisan, 9yammuu gara lafaatti ba'an ibidda cilee kan qurxummiin biddeena waliin irra jiru argani

View File

@ -397,6 +397,8 @@
"20-26",
"20-28",
"20-30",
"21-title"
"21-title",
"21-01",
"21-04"
]
}