Thu Dec 16 2021 23:51:23 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-16 23:51:23 +03:00
parent e7ddf01c3a
commit 45a212e55d
4 changed files with 7 additions and 2 deletions

View File

@ -1 +1 @@
\v 29 \v 28 28Tomaasis 'Gooftaa koo fi Waaqa koo' jedhee isaaf deebise\v 29 Iyyasuus 'Ati sababa na argiteef amante, otoo hin argiin isaan amanan garuu ka eebbiffamanii.' usaani jedhe.
\v 28 Tomaasis 'Gooftaa koo fi Waaqa koo' jedhee isaaf deebise\v \v 29 Iyyasuus 'Ati sababa na argiteef amante, otoo hin argiin isaan amanan garuu ka eebbiffamanii.' usaani jedhe.

1
21/01.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\c 21 \v 1 Wantoota kanaan booda Iyyasuus ammas galaana Xibriiyaadoos biratti hordoftoota isaatti muldhate, haalli inni itti of-muldhises akkana ture. \v 2Simi'oon Pheexiroos, Toomaas inni Didiimoos jedhamu, Naatinaa'eel inni nama Qaana Galiilaa, ijoolleen Zabdiyoositti fi hordoftootni biroi lama wal-bira turan. \v 3Simi'oon Pheexiroosis 'ani qurxummi kiyyesuufin deema' isaaniin jedhe, isaanis 'nutis si waliin deemna' jedhaniin. Isaanis deemanii bidiruu keessa seenan halkan guutuus homa hin qabne.

1
21/title.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
Boqonnaa 21

View File

@ -394,6 +394,9 @@
"20-19",
"20-21",
"20-24",
"20-26"
"20-26",
"20-28",
"20-30",
"21-title"
]
}