Thu Dec 16 2021 10:51:53 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-16 10:51:53 +03:00
parent b128532c8d
commit 0b1076e8b4
4 changed files with 6 additions and 1 deletions

1
06/48.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 48 Biddeenni jireenyaa ana dha. \v 49 Abbootiin keessan lafa onaa keessatti mannaa nyaatan. Haa ta'u garuu ni du'an.

1
06/50.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 50 Bideenni samii irraa gad bu'e isa kana dha, namni isa nyaatuua hin du'u. \v 51 Biddeenni jireenyaa inni samii irraa bu'e ana dha. Namni kamiyyuu yoo biddeena kana nyaatee barabaraan ni jiraata Biddeenni ani akka addunyaa dhaaf jireenya ta'uu kennu foon koori.'

1
06/52.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 52 Akkasuma Yihuudoonis 'Namichi kun akkamitti foon isaa akka nyaatuuf nuu kennuu danda'a?' jechuun dallanuufi wal-mormuu jalqaban. \v 53 Iyyasuusis akkana isaaniin jedhe 'Dhugaa, dhugaa isin foon Ilma Namaa yoo nyaatanifi dhiiga isaas yoo dhugdan malee ofii keessaniin jireenya qabaachuu hin dandeessan

View File

@ -142,6 +142,8 @@
"06-38",
"06-41",
"06-43",
"06-46"
"06-46",
"06-48",
"06-50"
]
}