Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/06/16.txt

1 line
310 B
Plaintext
Raw Permalink Normal View History

\v 16 Yammu galgalaa'ee hodoftootni isaa gara galaanaatti gadi bu'an. \v 17 Isaanis bidiruu yaabachuun galaana irra gara gama Qifirinaahoomitti ce'uuf ka'an yeroo kanas dukkanaa'ee ture, akkasumas Iyyasuus ammallee gara isaanii hin dhufne ture. \v 18 Bubbeen jabaan waan bubbiseef galaanichi ni raafama ture.