Thu Dec 16 2021 10:37:51 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-16 10:37:52 +03:00
parent bf131e9112
commit d849c6ff5a
4 changed files with 7 additions and 2 deletions

View File

@ -1 +1 @@
\v 13 Isaaniis hurraa'aa biddeena garbuu shanii isa hafe sana Zanbiila kudha lama guutuu walitti qaban. \v 14 \v 15 Yammuu sana namooni mallattoo Iyyasuus taasise arganii 'kuni dhugaadhummaan raajaa gara addunyaa kana dhufuf jiru 'jedhan. 15Iyyasuus akka namootni dhufanii humnaan mootii isa gochuuf yaalan hubatee achii gad-lakkisee qophaa isaa debi'ee gaaratti olba'e.
\v 13 Isaaniis hurraa'aa biddeena garbuu shanii isa hafe sana Zanbiila kudha lama guutuu walitti qaban. \v 14 sana namooni mallattoo Iyyasuus taasise arganii 'kuni dhugaadhummaan raajaa gara addunyaa kana dhufuf jiru 'jedhan. \v 15 Iyyasuus akka namootni dhufanii humnaan mootii isa gochuuf yaalan hubatee achii gad-lakkisee qophaa isaa debi'ee gaaratti olba'e.

1
06/16.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 16 Yammu galgalaa'ee hodoftootni isaa gara galaanaatti gadi bu'an. \v 17 Isaanis bidiruu yaabachuun galaana irra gara gama Qifirinaahoomitti ce'uuf ka'an yeroo kanas dukkanaa'ee ture, akkasumas Iyyasuus ammallee gara isaanii hin dhufne ture. \v 18 Bubbeen jabaan waan bubbiseef galaanichi ni raafama ture.

1
06/19.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 19 kiiloo meetira shan yookiin ja'a kan ta'u erga bidiruudhaan deemanii booda otoo Iyyasuus galaana irra deemaa gara bidiruutii dhiyaatu arganii sodaatan. \v 20 Innis garu 'Inni Anaa! Hin sodaatinaa' jedheen. \v 21 Isaanis gara bidiruu keessatti isa fudhachuu barbaadan, battalumatti bidirichis gara bakka deemanii gahe.

View File

@ -128,6 +128,9 @@
"06-01",
"06-04",
"06-07",
"06-10"
"06-10",
"06-13",
"06-16",
"06-19"
]
}