Fri Mar 25 2022 12:12:36 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
tsDesktop 2022-03-25 12:12:37 +03:00
parent dae9afc09d
commit edfda9b971
4 changed files with 12 additions and 1 deletions

2
06/17.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1,2 @@
\v 17 Waaqayyoof galatni haa gau malee, isin garboota cubbuu taatanii yoo turtan illee, amma garuu garaa guutuudhaan barsiisa ittiin bulmaataa isinii kennameef abboomamtaniittu.
\v 18 Cubbuu jalaa bilisa baasamtanii, qajeelummaaf akka bultan (abboomamtan) godhamtanii jirtu.

3
06/19.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1,3 @@
\v 19 Foon keessan dadhabaa waan taeef, akka namaattin dubbadha. Akkuma qaamota dhaqna keessanii garbbummaa xurii fi seeraan alummaaf, isa seeraan alummaa caalaatti fiduuf, dabarsitanii laachuudhaan garboomsitanii ture sana, amma immoo, qulqullummaatin jiraachuudhaaf, qajeelumaaf akka abboomaman godhaa.
\v 20 Yeroo garboota cubbuu turtan sana, qajeelummaa irraa bilisa turtani.
\v 21 Isa amma itti qaanoftan, hojiiiwwan keessan yeroo sanaa irraatii egaa buaa maal argattani? Buaan isaanii dua dha!

2
06/22.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1,2 @@
\v 22 Amma garuu cubbuu jalaa bilisa baasamuudhaan Waaqayyoof akka abboomamtan waan godhameef, bu'aan keessan qulqullummaa dha. Buaan kanaas, jireenya bara baraati!.
\v 23 Mindaan (Kaffaltiin) cubbuu du'a dha; kennaan Waaqayyoo garuu, karaa gooftaa keenya Yasuus Kiristoos, jireenya bara baraa dha.

View File

@ -103,6 +103,10 @@
"06-06",
"06-08",
"06-10",
"06-12"
"06-12",
"06-15",
"06-17",
"06-19",
"06-22"
]
}