Fri Mar 25 2022 14:50:37 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
tsDesktop 2022-03-25 14:50:38 +03:00
parent dd28265149
commit e73b67edd2
5 changed files with 14 additions and 4 deletions

View File

@ -1,3 +1,3 @@
\v 27 \v 28 \v 29 ²⁷ Waaee Israa'elii, “Baayinni ilmaan Israa'el akka cirracha galaana keessaa baayee yoo ture illee, isaan keessaa kan hafu muraasa dha;,
²⁸ Gooftichi isa jedhe hunduma otoo hin turiin biyya lafaa irratti ni raawwata”, jedheetu Isaayyas iyya.
²⁹ Akkuma Isaayaas duraan dursee dubbateenis, “Gooftaan inni jiraachisaan otoo ijoollee nuuf hin hambisne ta'ee, nuti akka Sodoom taanee, Gomoraas fakkaannee hafna turre”.
\v 27 Waaee Israa'elii, “Baayinni ilmaan Israa'el akka cirracha galaana keessaa baayee yoo ture illee, isaan keessaa kan hafu muraasa dha;,
\v 28 Gooftichi isa jedhe hunduma otoo hin turiin biyya lafaa irratti ni raawwata”, jedheetu Isaayyas iyya.
\v 29 Akkuma Isaayaas duraan dursee dubbateenis, “Gooftaan inni jiraachisaan otoo ijoollee nuuf hin hambisne ta'ee, nuti akka Sodoom taanee, Gomoraas fakkaannee hafna turre”.

2
09/30.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1,2 @@
\v 30 Egaa maal jenna? Warri Waaqayyoon hin amanne, warri qajeelummaa hordofaa hin ture, qajeelummaa amantii isaaniitiin, qajeelummaa argataniiru.
\v 31 Israa'el, warri seera qajeelummaa hordofaa turan garuu, seera sana bira hin geenye.

2
09/32.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1,2 @@
\v 32 Maaliif hin geenye? Sababni isaas, isaan amantiidhaan hordofuu dhisanii waan hojidhaan itti adeemaniifidha. Isaan dhagaa gufachiisu sana irratti gufatani.
\v 33 “Hubadhaa, dhagaa nama gufachiisuufi kattaa nama kuffisu (nama dura dhaabbatu) Tsiyoon keessa nan kaa'a. Inni isatti amanu immoo hin qaanau” jedhamee akkuma barreefametti.

3
10/01.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1,3 @@
\c 10 \v 1 ¹ Yaa obbolootaa! Hawwiin garaa koo keessaas, Waaqayyootiinis kanan kadhadhus fayyina isaaniiti.
² \v 2 Isaan beekumsaaf otoo hin taane, Waaqayyoof akka hinaafan dhugaan isaaniif nan ba'a.
³ \v 3 Qajeelummaa isa Waaqayyo biraa dhufu baruu dadhabanii, qajeelummaa mataa isaanii uummachuu waan barbaadaniif, isaan qajeelummaa Waaqayyoof hin bulle (ajajamne).

View File

@ -147,6 +147,9 @@
"09-17",
"09-19",
"09-22",
"09-25"
"09-25",
"09-27",
"09-30",
"09-32"
]
}