Fri Mar 25 2022 16:26:39 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
tsDesktop 2022-03-25 16:26:40 +03:00
parent 8f2006a42a
commit e522a1ac6a
6 changed files with 15 additions and 3 deletions

View File

@ -1,2 +1,2 @@
\v 11 \v 12 ¹¹ Sababuma kanaafis, saatiin kun yeroo ati hirriba kee irraa dammaquu qabdu tauusaa ni beekta. Yeroo itti dura amanne caalaa, guyyaan fayyinaa amma nutti dhi'aatee jira.
¹² Halkanichi darbeera; guyyichis dhi'aateera. Kanaafuu, kottaa hojiiwwan dukkana keessa gadi haa gannu; gaachana ifatti ittiin baanu immoo haa hidhannu.
\v 11 Sababuma kanaafis, saatiin kun yeroo ati hirriba kee irraa dammaquu qabdu tauusaa ni beekta. Yeroo itti dura amanne caalaa, guyyaan fayyinaa amma nutti dhi'aatee jira.
\v 12 Halkanichi darbeera; guyyichis dhi'aateera. Kanaafuu, kottaa hojiiwwan dukkana keessa gadi haa gannu; gaachana ifatti ittiin baanu immoo haa hidhannu.

2
13/13.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1,2 @@
\v 13 Dhuganii machaauu, halaalummaa, sagaagalummaa, nama loluu dhisuudhaan, kootta jireenya keenyaa akka adeemsa ifa guyyaaf tautti sirreessinee haa deemnu.
\v 14 Akka isin fedhii fooniif hin bulleef immoo, Gooftaa Yasuus Kiristoosiin uffadhaa.

2
14/01.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1,2 @@
\c 14 \v 1 Nama amantiidhaan dadhabaa ta'e, yaada isaa irraatti murtii kennuu dhiisaatii, ofitti qabaa.
\v 2 Namni amantii qabu tokko waan kamiyyuu ni nyaata; inni dadhabaa tae immoo fuduraa (ashaakiltii) qofaa nyaata.

2
14/03.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1,2 @@
\v 3 Namni inni waan hunduma nyaatu (sooratu), isa nyaata waan hunduma hin nyaanne sana hin tuffatiin (ceepha'in); inni nyaata waan hunduma hin nyaannes, isa waan hunduma nyaatu sana hin madaaliin. Waaqayyo isas ofitti qabeera.
\v 4 Hojjetaa nama biraa kan taettiin kan madaaltu, ati eenyu taateetu dha? Inni kan dhaabatus yookiin immoo kan kufus, gooftaa isaa fulduratti dha. Gooftaan keenya waan isa dhaabeef, inni garuu ni dhaabbata.

2
14/05.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1,2 @@
\v 5 Namni inni tokko guyyaa tokko guyyoota warra kaan irra caalchifata. Namni inni biraa immoo guyyoonni hundumtuu wal qixxeedha jedhee murteessee jira. Kana ilaalchisee, tokko tokkoon namaa, akka yaada mataa isaatti haa murteessu.
\v 6 Namni guyyaa kabaju, Gooftaaf jedheetu kabaja; inni nyaatus, Waaqayyoon waan galateeffatuuf, Gooftaaf jedheetu nyaata. Inni hin nyaannes, Gooftaaf jedheetu nyaata lagate; Waaqayyootiinis ni galateeffata.

View File

@ -190,6 +190,10 @@
"13-01",
"13-03",
"13-06",
"13-08"
"13-08",
"13-11",
"13-13",
"14-01",
"14-03"
]
}