Fri Mar 25 2022 12:08:36 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
tsDesktop 2022-03-25 12:08:37 +03:00
parent cb09f8cc24
commit c02c736ec7
6 changed files with 16 additions and 1 deletions

2
05/16.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1,2 @@
\v 16 Kennaan kuni buaan isaa akka cubbuun nama tokkoo suni fide miti. Cubbuun nama tokkoo, badii nama hundaa irratti akkuma fide; balleessaa namoota baay'ee booda kennaan dhufe garuu qajeelummaa fide.
\v 17 Namni tokko waan balleesseef, sababa nama tokkotiifis duuti dhufe; karaa nama tokkoo, Yasuus Kiristoos, immoo namootni hedduun uffinaa baayee fi kennaa qajeelummaa jireenya bara baraaf argatani!

2
05/18.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1,2 @@
\v 18 Kanaafuu egaa, akkuma cubbuun nama tokkoo namoota hunduma irratti dua fidetti, karaa hojii qajeelaa namni tokkoo hojjeteen immoo namoota hundumaaf qajeelummaa fi jireenyi argameera.
\v 19 Akkuma cubbuu (balleessaa) nama tokkootiin, baay'een cubbamoota taanii ture sanaatti, sababa seeraaf abboomamuu nama tokkootiin immoo akkasuma baay'een qajeelota ni ta'u.

2
05/20.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1,2 @@
\v 20 Bakka seerri jirutti garuu, cubbuun (balleessaan) ni baayate. Bakka cubbuun (balleessaan) baayateeti garuu, ulfinni Waaqayyoo caalmaatiin baay'ate.
\v 21 Kunis kan ta'e, akkuma karaa du'aatiin cubbuun mo'e, karaa gooftaa keenyaa Yasuus Kristoos immoo qajeelummaadhaan ulfinaan jireenya bara baraa arganna.

3
06/01.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1,3 @@
\c 6 \v 1 Egaa maal jennaree? Ulfinni Waaqayyoo akka baay'atuuf cubbuu keessa jiraachuu itti fufuu qabnaa?
\v 2 Kun tasuma ta'uu hin qabu! Nuti warri cubbuutiin duune, attamitti ammayyuu cubbuu keessa jiraanna?
\v 3 Nutii warri Yasuus Kristoos faana tokko tauuf cuuphamne, du'a isaa faanas tokko tauuf akka cuuphamne hin beektanii?

2
06/04.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1,2 @@
\v 4 Nuti haaluma cuuphamneen, isa waliinis du'nee awwaalamne. Kunis kan tae, akkuma Kristoos ulfina abbaa isaatiin warra duan keessaa kaasame, nutis gara jireenya haaraatti ni deemna.
\v 5 Akkuma isaa duunee, du'aan akkuma isa faana tokko taane, duaa kauudhaanis, akkuma isaa duaa kaannee isatti dabalamne.

View File

@ -94,6 +94,10 @@
"05-08",
"05-10",
"05-12",
"05-14"
"05-14",
"05-16",
"05-18",
"05-20",
"06-01"
]
}