Fri Mar 25 2022 14:32:37 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
tsDesktop 2022-03-25 14:32:38 +03:00
parent 87ee0b8dab
commit b6a7904626
5 changed files with 14 additions and 1 deletions

2
07/24.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1,2 @@
\v 24 Ani nama rakkataa dha! Foon isa kan duaa tae kana jalaa eenyutu na baraara?
\v 25 Karaa gooftaa keenyaa Yasuus Kiristoos galatni Waaqayyoof haa ta'u! Ammaan booda egaa, yaada kootiin seera Waaqayyootiif, foon kootiin immoo seera cubbuutiif ani mataan koo nan hojjedha.

2
08/01.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1,2 @@
\c 8 \v 1 Kanaafuu, warri Kiristoos Yasuus taan amma yakkamtoota miti.
\v 2 Kristoos Yasuusiin jiraachuukeetiif, seerri Afuuraa seera cubbuu fi duaa jalaa si baaseera.

3
08/03.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1,3 @@
\v 3 Seerrii karaa foonii dadhabaa waan taeef hojiisaa hojjechuu hin dandeenye. Kanaafuu Waaqayyo cubbuuf jedhee ilma isaa tokkicha fakkii fooniitiin ergudhaan cubbuu balleessee.
\v 4 Waaqayyo kanas kan godhe akka nuti, akka fedhii foonii otoo hin taane, akka fedhii Afuuraatti, waan seerichi nurraa barbaadu guutuufidha..
\v 5 Warri akka fedhii foonii jiraatan, waaee foonii yaadu; warri akka fedhii Afuuraa jiraatan, garuu, waaee Afuuraa yaadu.

3
08/06.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1,3 @@
\v 6 \v 7 \v 8 ⁶ Waaee foonii yaaduun dua dha; waaee Afuuraa yaaduun, garuu, jireenyaa fi nagaa dha.
⁷ Akka fedhii fooniitti yaaduun diinummaa Waaqayyooti; yaadni akkasii seera Waaqayyoof hin abboomamu, abboomamuus hin danda'u.
⁸ Warri fedhii fooniif jiraatan,Waaqayyoon hin gammachiisani.

View File

@ -119,6 +119,9 @@
"07-15",
"07-17",
"07-19",
"07-22"
"07-22",
"07-24",
"08-01",
"08-03"
]
}