Fri Mar 25 2022 12:04:36 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
tsDesktop 2022-03-25 12:04:37 +03:00
parent 34b0b7a1de
commit b4b206fbf0
6 changed files with 16 additions and 3 deletions

View File

@ -1,3 +1,3 @@
\v 23 Jechi "Isaaf lakkaa'ame" jedhu, garuu, Abrahaam duwwaadhaaf kan barreeffame miti.
²⁴ \v 24 Waaqayyo, isa gooftaa keenya Iyasuus Kiristoos duaa kaasetti warra amannuufis akka nuuf lakkaaamu barreeffameera.
²⁵ \v 25 Kunis isa balleessaa keenyaaf duaaf babarffame laatamee fi isa nu qulqulleessuuf immoo duaa kaasameefi dha.
\v 24 Waaqayyo, isa gooftaa keenya Iyasuus Kiristoos duaa kaasetti warra amannuufis akka nuuf lakkaaamu barreeffameera.
\v 25 Kunis isa balleessaa keenyaaf duaaf babarffame laatamee fi isa nu qulqulleessuuf immoo duaa kaasameefi dha.

2
05/01.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1,2 @@
\c 5 \v 1 Kanaafis, nuti amantiidhaan qajeelota erga taanee, karaa gooftaa keenya Yasuus Kristoos, Waaqayyo biratti nagaa qabna.
\v 2 Karuma isaatiis nuti ulfina (ayyaana) ittiin dhaabbannu karaa amantiitiin arganneerra; kabaja Waaqayyootiifis abdiidhaan guutamneerra.

3
05/03.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1,3 @@
\v 3 Kana qofaa otoo hin taiin, gidiraa nutti dhufuttis ni gammanna. Gidiraan obsa akka fidu ni beekna.
\v 4 Obsi qorumsa fida, qorumsa darbuun immoo abdii fida (namaa kenna).
\v 5 Abdiin immoo nama hin qaanessu; sababni isaas, jaalalli Waaqayyo, karaa Afuura Qulqulluu nuuf kennameetiin, gara onnee keenya keessatti waan dhangalaasameefidha.

2
05/06.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1,2 @@
\v 6 Yeroo nuti ammayyuu dadhabaa turree sanattis, yeroo sirrii tae sanatti Kiristoos warra Waaqayyotti hin amanneef jedhee due.
\v 7 Nama gaarii tae tokkoof, namni duuufii tarii jiraachuu ni mala malee, nama qajeelaa taeef garuu namni isaaf jedhee duuu fedhu waan jiru hin fakkaatu.

2
05/08.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1,2 @@
\v 8 \v 9 ⁸ Waaqayyo garuu, yerootti nuti ammayyuu cubbamtoota taanee jirruutti, jaalala mataasaa unuutiif qabu duaatii Kristoosiin nuuf mirkaneesse..
⁹ Baayeeetti dabalataanis, amma dhiiga isaatiin qajeelota waan taaneef, isaatiinis dheekkamsa Waaqayyoo jalaa ni baraareffamna.

View File

@ -86,6 +86,10 @@
"04-13",
"04-16",
"04-18",
"04-20"
"04-20",
"04-23",
"05-01",
"05-03",
"05-06"
]
}