Fri Mar 25 2022 16:44:22 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
tsDesktop 2022-03-25 16:44:22 +03:00
parent 4060f4b3c3
commit a368edf364
5 changed files with 12 additions and 3 deletions

View File

@ -1,2 +1,2 @@
\v 21 ²¹ Michuun koo Ximootiyoos fi firronni koo Luusiyes, Yaason fi Sosiipater nagaa isiniif dhaamu.
²² \v 22 Ani, Xerxiwoos, inni ergaa kana katabe, maqaa Gooftaatiin nagaa isin gaafadha.
\v 21 Michuun koo Ximootiyoos fi firronni koo Luusiyes, Yaason fi Sosiipater nagaa isiniif dhaamu.
\v 22 Ani, Xerxiwoos, inni ergaa kana katabe, maqaa Gooftaatiin nagaa isin gaafadha.

2
16/23.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1,2 @@
\v 23 Gaayuus, inni anaa fi namoota waldaa kiristaanaa hunduma mana isaatti simatee nu keessummeesse, nagaa isiniif erga. Erasxes, inni horii mandarichaa baatu, fi obboleessi keenya Ku'arxes, nagaa isiniitti ergu..
\v 24 Ayyaanni Gooftaa keenyaa Yasuus Kiristoos hunduma keessan faana haa ta'u. Ameen!

2
16/25.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1,2 @@
\v 25 Akka ani wangeela kootiin waaee Yasuus Kiristoos lallabameetiin Isa isin jabeessu, akka mulachiisuu Isaa isa bara hedduudhaaf iccitii taee dhoksaatti tureetti,
\v 26 Amma garuu, akka Waaqayyo inni bara baraan jiraatu ajajetti, inni dhoksaa ture ifatti ba'eera; abboomummaa amantii fiduufis, karaa raajotaattiin barreeffamees saba biyya lafaa hunduma biratti beekameera.

1
16/27.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 27 Karaa Yasuus Kiristoos, ulfinni bara baraa, beekaa tokkicha isa tae Waaqayyoof haa ta'u! Ameen!

View File

@ -228,6 +228,10 @@
"16-12",
"16-15",
"16-17",
"16-19"
"16-19",
"16-21",
"16-23",
"16-25",
"16-27"
]
}