Fri Mar 25 2022 14:56:37 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
tsDesktop 2022-03-25 14:56:38 +03:00
parent d6cd7a2571
commit a1e570a2b7
5 changed files with 16 additions and 1 deletions

3
10/19.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1,3 @@
\v 19 Dabalataanis, “Warri Israa'el hin beekan turee?” Duraan dursee,
“Warra saba koo tauu didan nan inaaffachisa;
Saba koo tauu keessan yoo wallaaltanis, aariidhaan akka jeeqamtan isin godha”, gaabbitaniis saba wallaalaatti akka isin aartan nan godha" jechuun Muuseen dubbateera.

4
10/20.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1,4 @@
\v 20 Itti aansuudhaanis,
“Warra ana hin barbaadnee tureef, ani argameera;
Warra ana hin gaafanne tureefis, ani mul'adheera”, jechuudhaan Isaayaas jala muree dubbateera.
\v 21 Warra Israa'eliitiin garuu kana jedha: “Warra hin abboomamneefi warra morman irratti guyyaa guutuu harka koo irrattan diriirsa”.

3
11/01.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1,3 @@
\c 11 \v 1 Egaa ani kanan jedhu, Waaqayyo saba isaa gadi gateeraa? Kun tasuma miti. Aniyyuu nama Israa'elidha, sanyii Abrahaam fi gosa Beniyaaminidha.
\v 2 Waaqayyo saba isaa warra durumaan dursee beeku ture gadi hin gatne. Kitaabni Qulqulluu waaee Eeliyaas kan barreeffamee keessatti, akka inni Waaqayyo duratti Israa'eliitiin yakke (himate) hin beektanii?
\v 3 “Yaa Gooftaa, isaan raajota kee ajjeesaniiru; iddoowwan aarsaa kee itti laatamus caccabsaniiru; kan hafe ana qofaadha; anaatiinis ajjeesuu barbaadu”.

2
11/04.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1,2 @@
\v 4 Deebiiin Waaqayyo isaaf kenne garuu maal jedha? “Ani Ba'aaliif kan hin jilbeenffanne namoota kuma toorba ofii kootiif hambifadheera”. .
\v 5 Yeroo ammaa kanas ulfina isaatiif kan filataman hambaaleen ni jiru.

View File

@ -158,6 +158,9 @@
"10-11",
"10-14",
"10-16",
"10-18"
"10-18",
"10-19",
"10-20",
"11-01"
]
}