Fri Mar 25 2022 16:22:38 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
tsDesktop 2022-03-25 16:22:39 +03:00
parent 43f705cd1c
commit 77055589b6
5 changed files with 14 additions and 1 deletions

3
12/14.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1,3 @@
\v 14 Warra isin yakkan eebbisaa; eebbisaa malee hin abaarinaa.
\v 15 Warra gammadan wajjin gammadaa; warra boo'an wajjinis boo'aa.
\v 16 Walii keessaniif yaada tokko tae qabaadhaa; ol of qabuu hin yaadinaa; kabajaan simadhaa malee, warra gajjallaa keessaniitti (isiniin gadi jiranitti) hin kooriinaa. Gamnummaa yaadota keessan keessaa baasaa.

2
12/17.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1,2 @@
\v 17 Nama hamaa isin irratti hojjete irratti deebiftanii hamaa irratti hin hojjetinaa. Nama hunduma fuulduratti, waan gaarii tae godhaa (hojjedhaa).
\v 18 Karaa keessaniin hanga isiniif dandameetti, nama hundumaa wajjin nageenyaan jiraadhaa.

3
12/19.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1,3 @@
\v 19 Yaa firoota koo! Waaqayyootti dhiisaa malee, ofii keessaniin gumaa hin baafatiinaa. Akka barreeffamee jiruttis, Gooftaan akkas jedhee dubbata: “Gumaa baasuun kan kooti; ani hojii (liqii) isaaf nan deebisa”.
\v 20 Garuu, “Diinni kee yoo beela'e nyaachisi; yoo dheebotes obaasi! Kana gochuu keetiinis akka inni hojii isaatti gaabbee aariidhaan bobau ni goota” jedhees Gooftaan ni dubbata.
\v 21 Hamaaf hin moamiinaa; gaariidhaan isa hamaa mo'aa malee.

2
13/01.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1,2 @@
\c 13 \v 1 Namni lubbuun jiru eenyumtuu, isa bulchaa taeef haabulu (haa abboomamu); Waaqayyo biraa yoo dhufe malee, bulchaa (abbaa taaitaa) tauun hin danda'amu. Warra aangoo qabatanii jiranis kan filate (muude) Waaqayyo dha.
\v 2 Kanaafuu, namni inni abbaa taaitaaf abboomamuu didee mormu, ajaja (sirna) Waaqayyoos ni morma; warri morman kunis, firdii (murtii) of irratti fudhatu.

View File

@ -183,6 +183,9 @@
"12-04",
"12-06",
"12-09",
"12-11"
"12-11",
"12-14",
"12-17",
"12-19"
]
}