Fri Mar 25 2022 11:52:36 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
tsDesktop 2022-03-25 11:52:37 +03:00
parent 6d724753ae
commit 6d1f7f908d
6 changed files with 18 additions and 4 deletions

View File

@ -1,3 +1,3 @@
\v 25 2“Waan seerichi abboomu hundumaa yoo goote, dhagna-qabaan siif waa'ee in baasa; seericha irra yoo daddarbite garuu, dhagna qabachuun kee akka waan dhagna hin qabatin hafteetti in lakkaa'ama.”
\v 26 26. “Namni dhagna hin qabatin immoo waan seerichi gaafatu yoo eege, dhagna hin qabatin hafuun isaa akka dhagna qabaatti hin lakkaa'amuufii ree?”
\v 27 27. “Egaa namni akka uumametti utuu dhagna hin qabatin hafee waan seerichi abboomu raawwatu, sitti in farada, ati seericha caafame utuu qabduu, utuma dhagna qabattuus seericha irra in daddarbita.”
\v 25 “Waan seerichi abboomu hundumaa yoo goote, dhagna-qabaan siif waa'ee in baasa; seericha irra yoo daddarbite garuu, dhagna qabachuun kee akka waan dhagna hin qabatin hafteetti in lakkaa'ama.”
\v 26 “Namni dhagna hin qabatin immoo waan seerichi gaafatu yoo eege, dhagna hin qabatin hafuun isaa akka dhagna qabaatti hin lakkaa'amuufii ree?”
\v 27 Egaa namni akka uumametti utuu dhagna hin qabatin hafee waan seerichi abboomu raawwatu, sitti in farada, ati seericha caafame utuu qabduu, utuma dhagna qabattuus seericha irra in daddarbita.”

2
02/28.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1,2 @@
\v 28 “Namni bifa isa bakkeetti mul'atuun Yihudii waan ta'eef, Yihudii dhugaa hin ta'u; dhagna-qabaan fooniis dhagna-qabaa dhugaa hin ta'u.”
\v 29 “Namni keessa namummaa isaatii isa bakkeetti hin mul'anneen Yihudii ta'e garuu,Yihudii dhugaa dha; dhagna-qabaan yaada garaa namaas dhagna-qabaa isa dhugaa dha; kunis hojii hafuura Waaqayyoo ti malee, hojii seericha isa caafamee miti. Namni akkasii kun Waaqayyo biratti malee, namoota biratti hin jajamu.”

2
03/01.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1,2 @@
\c 3 \v 1 “Egaa Yihudiin faayidaa addaa maalii qaba? Akkasumas, bu'aan dhaqna-qabaa maali dha?”
\v 2 “Karaa kamiinuu, bu'aa guddaa qaba. Hunda dursee, abdiin Waaqayyoo Yihudootatti kennamuu isaati.”

4
03/03.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1,4 @@
\v 3 “Yihudoota keessaa kan hin amanne muraasni waan jiraataniif, Waaqayyo amantummaa isaanii maaliif hambisaa?”
\v 4 “Kun tasuma hin tau. Namni inni kam iyyuu sobduu yoo ta'e illee, Waaqayyo dhugaa dha. Akkuma barreeffamee jiruttis:
"Ati yoo dhugaa dubbatta tae,,
guyyaa murtiin (firdiin) kennamus dhugaa ni argatta.

2
03/05.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1,2 @@
5. “Garuu, yoo sobni kee dhugaa Waaqayyoo argisiise, nuti maal jechu dandeenya? Waaqayyo waan nutti dheekamuu barbaadef nu soba jechuu dandeenyaa? (Falmii namaa fayyadamuu kooti.)
6. “Kun tasuma hin tau!! Otoo akkas tae, Waaqayyo akkam godheetu biyya lafaatti murii kenna?”

View File

@ -60,6 +60,10 @@
"02-15",
"02-17",
"02-21",
"02-23"
"02-23",
"02-25",
"02-28",
"03-01",
"03-03"
]
}