Fri Mar 25 2022 11:58:36 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
tsDesktop 2022-03-25 11:58:37 +03:00
parent 8f12d60705
commit 6a4f16c514
6 changed files with 16 additions and 3 deletions

View File

@ -1,2 +1,2 @@
\v 25 \v 26 25. “Inni dhiiga isaa dhangalaasee du'uudhaan warra isatti amananiif mi'a araaraa haa ta'uuf, Waaqayyo isa dhaabe. Waaqayyo ofii isaa qajeelaa akka ta'e mul'isuudhaaf kana godhe; obsa isaatiinis cubbuu namoonni kanaan dura hojjetan irra darbeeraaf.”
26. “Bara sanaattis Waaqayyo qajeelummaa isaa argisiisuuf inni ofii isaa qajeelaa ta'uu isaa, nama Yesusitti amanus qajeelaa gochuu isaa mul'iseera.”
\v 25 “Inni dhiiga isaa dhangalaasee du'uudhaan warra isatti amananiif mi'a araaraa haa ta'uuf, Waaqayyo isa dhaabe. Waaqayyo ofii isaa qajeelaa akka ta'e mul'isuudhaaf kana godhe; obsa isaatiinis cubbuu namoonni kanaan dura hojjetan irra darbeeraaf.”
\v 26 “Bara sanaattis Waaqayyo qajeelummaa isaa argisiisuuf inni ofii isaa qajeelaa ta'uu isaa, nama Yesusitti amanus qajeelaa gochuu isaa mul'iseera.”

2
03/27.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1,2 @@
\v 27 “Egaa, of jajuun eessa jira? Inni hafeera. Seera isa attamiitiin? Hojii keenyaanii? Karaa seera amantii malee, karaan biraa hin tau.”
\v 28 “Egaa, namni qajeelaa kan tau amantiidhaani malee hojiwwan seeraatiin akka hin taane ni himna.”

2
03/29.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1,2 @@
\v 29 “Yookiin immoo, Waaqayyo, Waaqayyoo warra Yihudootaa duwwaa dha? Inni warra Waaqayyoon hin amanneefis Waaqayyo mitii? Eyyee, inni warra Waaqayyoon hin amanneefisi.”
\v 30 “Inni dhugumatti Waaqayyo tokkicha yoo ta'ee, isa dhaqna qabate amantidhaan, isa dhaqna hin qabanne immoo amantiidhaaf qajeelcha.”

1
03/31.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 31 “Egaa, amantii kanaatiin seericha gatii dhabsiisna jechaa dha? Tasuma miti! Jabeessineetu dhaabna malee.”

3
04/01.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1,3 @@
\c 4 \v 1 Waaee, isa sanyii fooniin abbaa keenya tae, Abrahaam egaa maal argate jenna?
\v 2 Abrahaam hojii gaarii (qulqulluu) kan hojjeeteeru otoo qabaatee,silaa sababa ittiin of jaju ni qabaata ture; Waaqayyoo duratti garuu hin qabu.
\v 3 Kitaabni Qulqulluus waee isaa maal jedha? "Abrahaam Waaqayyotti amane, kunis akka qajeellummaatti (qulqulluummaatti) isaaf lakkaa'ame".

View File

@ -73,6 +73,11 @@
"03-15",
"03-19",
"03-21",
"03-23"
"03-23",
"03-25",
"03-27",
"03-29",
"03-31",
"04-01"
]
}