Fri Mar 25 2022 16:38:42 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
tsDesktop 2022-03-25 16:38:43 +03:00
parent b2cc4318c7
commit 249b93ea86
5 changed files with 13 additions and 3 deletions

View File

@ -1,2 +1,2 @@
\v 26 \v 27 ²⁶ Warri Maqedooniyaa fi warri Akaayiyaa, hiyyeessota Yerusaalem keessa warra Waaqayyoof qulqullaa'an gidduutti argamaniif, gargaarsa gochuuf jalataniiru..
²⁷ Isaan, warri Waaqyyoon hin amanne kun, jaalala isaaniitiin kana godhan; karaa tokko immoo kun waanuma gochuun isaan irra jiru dha. Erga warri Yihudootaa eebba Afuuraa isa Waaqayyo irraa argatan warra Waaqyyoon hin amanne wajjin hirmaatanii, warri Waaqyyoon hin amannes waan jireenya fooniitiif argataniin warra Yihudootaa gargaaruun isaan irra jira.
\v 26 Warri Maqedooniyaa fi warri Akaayiyaa, hiyyeessota Yerusaalem keessa warra Waaqayyoof qulqullaa'an gidduutti argamaniif, gargaarsa gochuuf jalataniiru..
\v 27 Isaan, warri Waaqyyoon hin amanne kun, jaalala isaaniitiin kana godhan; karaa tokko immoo kun waanuma gochuun isaan irra jiru dha. Erga warri Yihudootaa eebba Afuuraa isa Waaqayyo irraa argatan warra Waaqyyoon hin amanne wajjin hirmaatanii, warri Waaqyyoon hin amannes waan jireenya fooniitiif argataniin warra Yihudootaa gargaaruun isaan irra jira.

2
15/28.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1,2 @@
\v 28 Kanaafuu, ani hojii kana raawwadhee, waanti isaaniif walitti qabames fudhachuu isaanii ergan mirkaneeffadhee booda, karaa keessan dhufeen isin dubbisee gara Ispeen adeema.
\v 29 Yeroon dhufus, akkan eebba Kiristoos guutee isiniif fidee dhufu anuu beeka.

3
15/30.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1,3 @@
\v 30 Yaa obboloottan koo, Gooftaa keenya Yasuus Kiristoosii fi jaalala Afuura Qulqulluutiin, akka isin ana faana taatanii Waaqayyoon naaf kadhattani nan isin gaafadha.
\v 31 Yihudaa keessatti midhaa warra hin abboomamnee jalaa akka na baasuu fi warri Waaqayyoof qulqullaa'an tajaajila ani Yerusaalemitti kennu gammachuudhaan akka fudhataniif naa kadhadhaa.
\v 32 Ani immoo, jaalala Waaqayyoo yoo ta'e gammachuudhaan isin bira akkan dhufee, isinii wajjin wal argee yaadni koos boqotu naa kadhadhaa.

1
15/33.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 33 Waaqayyo inni abbaa nageenyaas hunduma keessan faana haa tau. Ameen!

View File

@ -216,6 +216,10 @@
"15-17",
"15-20",
"15-22",
"15-24"
"15-24",
"15-26",
"15-28",
"15-30",
"15-33"
]
}