Fri Mar 25 2022 11:46:36 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
tsDesktop 2022-03-25 11:46:37 +03:00
parent cc8068b984
commit 210dc039db
6 changed files with 16 additions and 1 deletions

1
01/32.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 32 Akka abboommii Waaqayyootti warra kan akkasii godhaniif duuni akka isaaniif ta'u, in beeku. Haa ta'u iyyuu malee, ofii isaaniitii kan akkasii in godhu; kana gochuu isaanii duwwaas utuu hin ta'in, warra kana godhaniin "Ba'eessa gootan" in jedhu.

2
02/01.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1,2 @@
\c 2 \v 1 Kanaafis, ati yaa isa nama biraatti faradduu, waan itti qabattu hin qabdu! Ati inni namatti faraddu, isuma namichi sun hojjete waan hojjettuuf, firdii isatti faraddeen ofitti in faradda.
\v 2 Nuyi garuu firdiin Waaqayyoo inni warra waan akkasii hojjetan irratti dhufu qajeelaa akka tae in beekna.

2
02/03.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1,2 @@
\v 3 Ati yaa namana! Warra waan akkasii hojjetanitti faradda, ofii keetii immoo isuma sana yommuu gootu, firdii Waaqayyoo jalaa baqattee kan baatu sitti fakkaataa?
\v 4 Yookiis baayina gaarummaa isaa, obs isaa, siif dandauu isaa salphaatti ilaaltaa ree? Gaarummaan Waaqayyoo gara geddarannaa yaada garaatti akka si geessu hin hubattuu ree?

3
02/05.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1,3 @@
\v 5 Mata-jabina keetii fi yaada garaa keetii geeddarachuu diduu keetiin garuu, guyyaa firdiin Waqayyoo inni qajeelaan itti mulatuuf dheekkamsa of irratti walitti in qabda;
\v 6 Waqayyo nama hundumaafuu adda addaan akkuma hojii isaatti gatii in kennaaf.
\v 7 Inni warra obsaan waan gaarii hojechaa, guddina, ulfina hin darbine, jireenya hin badness Waqayyo biraa argachuu barbaadaniif jireenya bara baraa in kennaf.

2
02/08.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1,2 @@
\v 8 Namoota warra ofittoo warra dhugaadhaaf abboomamuu didanii, seera Waqayyoo malee jiraachuudhaaf abbomamanitti garuu in dheekama, isaan in ifatas.
\v 9 9. Dhiphinnii fi gidiraan lubbuu nama hamaa godhu hundumaatti in dhufa; kunis duraan dursee nama Yihudii irratti akkasumas nama Yihudii hin tain irratti in dhufa.

View File

@ -48,6 +48,11 @@
"01-22",
"01-24",
"01-26",
"01-28"
"01-28",
"01-29",
"01-32",
"02-01",
"02-03",
"02-05"
]
}