Fri Mar 25 2022 16:30:42 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
tsDesktop 2022-03-25 16:30:42 +03:00
parent 6fd98c9558
commit 189eabeee1
6 changed files with 15 additions and 3 deletions

View File

@ -1,2 +1,2 @@
\v 16 \v 17 ¹⁶ Kanaafuu, wanta gaarii dha jettee fudhate, hammeenyummaa isaa hin dubbatiin.
¹⁷ Mootummaan Waaqayyoo waaee nyaachaa fi dhugaatii otoo hin taane, waaee qajeelummaa, nageenyaa fi gammachuu Afuura Qulqulluu ti.
\v 16 Kanaafuu, wanta gaarii dha jettee fudhate, hammeenyummaa isaa hin dubbatiin.
\v 17 Mootummaan Waaqayyoo waaee nyaachaa fi dhugaatii otoo hin taane, waaee qajeelummaa, nageenyaa fi gammachuu Afuura Qulqulluu ti.

2
14/18.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1,2 @@
\v 18 Namni inni akka kanatti Kiristoosiin tajaajilu, Waaqayyo biratti fudhatamaa dha; namoota durattis dhageetti qaba.
\v 19 Kanaafis egaa, waantota nageenyaaf ta'aniifi waantota walitti nu utuban duukaa haa buunu.

2
14/20.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1,2 @@
\v 20 Nyaachaaf jettee hojii Waaqayyoo hin balleessiin. Waantotni hundumtuu qulqulluu dha; waanta nama gufachiisu kam iyyuu nama nyaatuuf garuu gadhee dha.
\v 21 Egaa, foon nyaachuus yoo tae, waynii dhuguus yoo tae, yookiin immoo, waanta obboleessa kee gufachiisu kam iyyuu gochuu dhiisuun gaarii dha.

2
14/22.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1,2 @@
\v 22 Amantii kee ofii kee fi Waaqayyo gidduutti qabaadhu. Namni waanta itti amanee hojjetetti deebisee of hin yakkine, eebbifamaa dha.
\v 23 Namni shakkaa nyaatu, amantiidhaan waan hin nyaanneef, cubbamaa dha. Waanti amantiidhaan hin taanes, hundumtuu cubbuu dha.

2
15/01.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1,2 @@
\c 15 \v 1 ¹ Nuti warri amma jabaa (cimaa) taane, dadhabbii warra laaftotaa baachuun nutti jira; ofitti gammaduus (boonuus) hin qabnu.
² \v 2 Tokko tokkoon keenya waan gaarii ol isa utubu hojjennee ollaa keenya haa gammachiisnu.

View File

@ -199,6 +199,10 @@
"14-07",
"14-10",
"14-12",
"14-14"
"14-14",
"14-16",
"14-18",
"14-20",
"14-22"
]
}