Fri Mar 25 2022 15:14:38 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
tsDesktop 2022-03-25 15:14:38 +03:00
parent 126910d53d
commit 0929896c7e
3 changed files with 8 additions and 1 deletions

3
11/35.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1,3 @@
\v 35 Yookiis, Waaqayyo liqii deebisuu akka qabuuf,
Dura dabarsee waan tokkollee kan isaaf kennee ture eenyu?”
\v 36 Waanti hunduu Isa biraa, Isaatiin fi Isaatiif haata'u! Ulfinni bara baraan Isaaf haata'u! Ameen!

2
12/01.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1,2 @@
\c 12 \v 1 Kanaafuu, yaa obbolottan koo, araara Waaqayyootiif jedhaatii, qaama (dhaqna) keessan Waaqayyo duratti fudhatamaa akka ta'utti qulqulluu gochuudhaan aarsaa jiraatu gootanii akka Isaaf dhiheesitan nan isin kadhadha. Tajaajilli keessan inni sirriin kana dha.
\v 2 Jireenya biyya lafaa kana fakkaachuu dhisaatii, yaada mataa keessanii haaromsaatii of-jijjiiraa. Kana gochuudhaanis, isa kamtu fedhii (jaalala) Waaqayyoottiif gaarii, fudhatamaa fi sirrii tae ilaaltanii murteeffattu.

View File

@ -176,6 +176,8 @@
"11-26",
"11-28",
"11-30",
"11-33"
"11-33",
"11-35",
"12-01"
]
}