burje_duro_gaz_php_text_ulb/04/10.txt

1 line
600 B
Plaintext
Raw Permalink Blame History

This file contains ambiguous Unicode characters

This file contains Unicode characters that might be confused with other characters. If you think that this is intentional, you can safely ignore this warning. Use the Escape button to reveal them.

\v 10 Ani guddisee gooftaatti nan gammada, amma dhuma irratti dhimma keessan anaaf haaressitan. Dhugaadhumatti duraan waaee koof dhimmitaniittu, gara ana gargaaruudhaaf carraan hin turre. \v 11 Ani kana waanan gargaarsa barbaaduun dubbadha miti. Ani haala kam keessatti iyyuu jiraahuu bareera. \v 12 Hiyyummaa jechuun maal jechuu akka tae beeka, irraa haraa qabaachuunis maal akka tae beeka. Karaa hundumaa waan hundumaa keessatti dhoksaa kana bareera, quufattis beelattis; akkasuma, irraa hafaa qabaachuu fi dhabuuttis. \v 13 Ani waan hundumaa karaa isaa, isa ana jebeessuu nan hojjedha..