burje_duro_gaz_php_text_ulb/04/08.txt

1 line
498 B
Plaintext
Raw Permalink Blame History

This file contains ambiguous Unicode characters

This file contains Unicode characters that might be confused with other characters. If you think that this is intentional, you can safely ignore this warning. Use the Escape button to reveal them.

\v 8 Dhuma irratti, yaa obbolootaa, waaee waanuma dhufaa taee, waaee waanuma kabajamaa taee, waaee haqa taee, waaee waan qulqulluu taee, waaee waan jaallatamaa taee, waaee waan gabaasa gaarii taee, yoo waanti baayee gaarii tae jiraate, yoo waanti galateeffamuun irra jiru jiraate, waaee waantata kanaa yaadaa. \v 9 waantoni isin barattanii fudhattanis, ana keessattis dhageessasanii argita, isaan kana hojjedhaa, Waaqayyo nagaas isinii wajjin ni taa.