burje_duro_gaz_php_text_ulb/04/04.txt

1 line
413 B
Plaintext

\v 4 Yeroo hundumaa gooftaatti hammadaa, ammas nan jedha, gammadaa. \v 5 gaarummaan keessan namoota hundumaa biratti haa beekamu. Gooftaan dhiyoodha. \v 6 Waan kamiif iyyuu hin dhiphatinaa. Qooda isaa, waan hundumaaf, kadhataa fi waammataan galataa wajjin gaaffiin keessan Waaqayyoo duratti haa beekamu. \v 7 Akkasuma nagaan Waaqayyoo, inni hubannaa hundumaa irra caalu, garaa keessanii fi yaada keessan haa eegu.