burje_duro_gaz_php_text_ulb/03/12.txt

1 line
548 B
Plaintext
Raw Permalink Blame History

This file contains ambiguous Unicode characters

This file contains Unicode characters that might be confused with other characters. If you think that this is intentional, you can safely ignore this warning. Use the Escape button to reveal them.

\v 12 waantota kana duraan argadhee waana guutadheef miti, garuu Kiristoos Yesuus kan isaa waan na godhatee, anis isa kana bira gaee harka koo keessa galfachuuf duukaa kaachuutti nan jira. \v 13 Yaa obbolootaa, ani ofii kootiif illee harka keessa galfadheera jedhee hin yaadu. Garuu, waanti ani godhu tokko, isa booda jiru irraanfadhee, isa dura jirutti hiixachuudha. \v 14 Akeeka sana bira gaee gonfoo warra mooanii argadhudhaaf nan hiixadha, gonfoo warra mooanii kunis waamicha isa Waaqayyo karaa Kiristoos Yesuus itti ni waameedha.