burje_duro_gaz_php_text_ulb/03/08.txt

1 line
643 B
Plaintext
Raw Permalink Blame History

This file contains ambiguous Unicode characters

This file contains Unicode characters that might be confused with other characters. If you think that this is intentional, you can safely ignore this warning. Use the Escape button to reveal them.

\v 8 Dhugaadhuma iyyuu gooftaa koo Kiristoos Yesuusiin beekuun hundumaa irra waan caaluuf, ani waan hundumaa akka waan gatameetti nan lakkaaa, Kiristoosiin buaa godhachuudhaaf kun hundinuu anaaf waan gatame taeera, akka kosiittis isa lakkaaeera. \v 9 isa keessatti argameera, karaa seeraa qajeelummaan qabuun miti, garuu isa karaa amantii Kiristoos keessaan argame, qajeelummaa isa Waaqayyoo biraa karaa amantii argame. \v 10 Egaa ani amma isa baruu, humna duaa kauu isaa fi michummaa dhiphina isaatii baruun fi duaanis akka isaa tauun barbaada. \v 11 Kanaaf hanga tokko warra duan keessaa kauu nan amaleeffadha.