burje_duro_gaz_php_text_ulb/03/04.txt

1 line
243 B
Plaintext

\v 4 Yoo barbaachise, ani lee fooniin ija jabina qaba. Namni fooniin ija jabina qaba jedhe yaadu yoo jiraate. Ani isa nan caala. \v 5 ani guyyaa saddeettaffaattiin kittaaname, sanyii Biniyaam, Ibirticha, seera ilaalchisee immo, ani Fariisicha.