burje_duro_gaz_php_text_ulb/02/28.txt

1 line
385 B
Plaintext
Raw Permalink Blame History

This file contains ambiguous Unicode characters

This file contains Unicode characters that might be confused with other characters. If you think that this is intentional, you can safely ignore this warning. Use the Escape button to reveal them.

\v 28 Isa erguu koo baayee hawwitu, yeroo deenbitanii isa argitan waan gammaddaniif; dhiphinni koos ni salphata. \v 29 Kanaaf, maqaa gooftaan gammachuudhaan isa simadhaa. Namoota akka isaatii kabajaa. \v 30 Inni hojiidhuma Kiristoosiif jedhee hanga duaatti gae. Inni, tajaajila keessan keessaa waan isin biraa anaaf hin tain gara xumuraatti akka fiduuf lubbuu isaa baraare.