burje_duro_gaz_php_text_ulb/02/25.txt

1 line
511 B
Plaintext
Raw Permalink Blame History

This file contains ambiguous Unicode characters

This file contains Unicode characters that might be confused with other characters. If you think that this is intentional, you can safely ignore this warning. Use the Escape button to reveal them.

\v 25 Garuu, Ephafrodiixosiin deebisee erguun koo barbaachisaadha jedheen yaada. Inni obboleesaa fi hidhata hojii kooti, akkasuma loltuu isa michuu kooti; ergamaa keessanii fi fedha koofis tajaajilaadha. \v 26 Inni baayee dhiphateera, hunduma keessanii wajjinis tauu yaadeera, sababiin isaa akka inni dhukkubsate dhageesaniittu. \v 27 dhugaadhumatti inni hanga duaatti dhukkubsatee ture. Waaqayyo garuu itti araarameera; isatti qofaa immoo miti; anattis malee, akkan gadda irratti gadda hin qabaanneef.