1 line
290 B
Plaintext
1 line
290 B
Plaintext
\v 3 Yaada ofittummaatiin yookaan of duwwaa ta’anii of dhiibuutiin homaa tokko hin hojjetinaa. Qooda isaa gadi of deebisuutiin warra kaan ofii keessa irra caalchisaa yaadaa. \v 4 Tokkoon tokkoon keessan waa’ee fedha ofii keessanii qofaa hin yaadinaa, waa’ee fedha warra naaniis malee. |