burje_duro_gaz_php_text_ulb/01/28.txt

1 line
366 B
Plaintext
Raw Permalink Blame History

This file contains ambiguous Unicode characters

This file contains Unicode characters that might be confused with other characters. If you think that this is intentional, you can safely ignore this warning. Use the Escape button to reveal them.

\v 28 Karaa kam iyyuu warra isiniin morman hin sodaatinaa. Kun badiisa isaaniif mallattoodha. Isiniif garuu fayyina, kun Waaqayyoo biraati. \v 29 Kiristoos irraan kan kae tola isiniif kenname, isatti akka amantan qofaaf miti, isaaf jettaniis akka dhiphattaniif malee. \v 30 Walaansoo ani keessa jiru isa ana keessa jiru argitan, amma ana keessatti dhageessu.