burje_duro_gaz_php_text_ulb/01/25.txt

1 line
576 B
Plaintext
Raw Permalink Blame History

This file contains ambiguous Unicode characters

This file contains Unicode characters that might be confused with other characters. If you think that this is intentional, you can safely ignore this warning. Use the Escape button to reveal them.

\v 25 Kana hubachuudhaan, akkan isin biratti hafee hunduma keessanii wajjin itti fufu beeka, guddinaa fi amantii keessatti gammachuu keessaniif. gammachuu fi amantii keessaniif. \v 26 Akka isin ana keessatti Kiristoosiin Yesuusiin of jajuuf sababii caalu qabattaniif yeroon deebiee gara keessan dhufu. \v 27 Ofii kee akka amala wangeela Kiristosiif tautti bichisiisi. Yoon isin arguudhaaf gara keessan dhufes dhiises. Waaee keessan dhagauu nan dandaa. akka ati hafuura tokkotti jabaattee dhaabattee jirtu. Amantii wangeelaaf yaada sammuu tokkoon walii wajjin.