burje_duro_gaz_php_text_ulb/01/15.txt

1 line
346 B
Plaintext
Raw Permalink Blame History

This file contains ambiguous Unicode characters

This file contains Unicode characters that might be confused with other characters. If you think that this is intentional, you can safely ignore this warning. Use the Escape button to reveal them.

\v 15 Tokko tokko hinaaffaa fi dorgommiidhaaf, Kiristoosiin lallabu, warri kaan immoo fedhuma gaariidhaan \v 16 Booda garuu jaalalaan hojjetu, akka ani falmii wangeelaaf addana jiru waan beekaniif. \v 17 warri duraa garuu fedhii ofittummaa irraan kan kae Kiristoosiin lallabu, jaalalaan miti. Isaan yeroon hidhaa keessa jiru ana aarsuu yaadu.