burje_duro_gaz_php_text_ulb/01/12.txt

1 line
390 B
Plaintext
Raw Permalink Blame History

This file contains ambiguous Unicode characters

This file contains Unicode characters that might be confused with other characters. If you think that this is intentional, you can safely ignore this warning. Use the Escape button to reveal them.

\v 12 Amma egaa beekuun barbaada, obbolootaa, akka waanti ana irratti tae bgudachuu wangeelaaf oole. \v 13 Kana irraan kan kae, Kiristoosiif jedhee hidhamuun koo, waardiyoota masaraa mootummaa fi namoota hundumaa duratti gara ifaatti dhufe. \v 14 Obboloonni hedduun sababii hidhamuu kootiif gooftaatti ija jabina baayee qabu, sodaa malee sagalicha dubbachuufis ija jabina qabu.