burje_duro_gaz_php_text_ulb/01/07.txt

1 line
311 B
Plaintext
Raw Permalink Blame History

This file contains ambiguous Unicode characters

This file contains Unicode characters that might be confused with other characters. If you think that this is intentional, you can safely ignore this warning. Use the Escape button to reveal them.

\v 7 waaee hunduma keessaniif haala kanaan yaaduun koo sirriidha, sababiin isaa garaa koo keessa jirtu. Isin hundumti keessan ayyaanaan hidhamuu fi himatamuu koo keessatti, yeroo wageela jabeessus michoota koo turtan. \v 8 Waaqayyo dhuga baatuu kooti, hunduma keessan jaala Yesuus kiristoosiin isinin yaada.