\v 9 Kanaaf, Waaqayyo immoo guddisee ol ol isa qabe, maqaa isa hundumaa gararraa jiru kenneef. \v 10 Maqaa isaatiif jilbi hundumtuu ni jilbeenfata, waaqa irratti, lafaa fi lafa jalatti; \v 11 arrabni hundumtuu akka Yesuus Kiristoos gooftaa ta’e dhugaa ni ba’a, ulifina Waaqayyoo abbaafis.